Oromo Youth Asosation

Oromo Youth Asosation Kaayyoon keenya seenaa duudhaafi aadaa Oromoo ganamaa addunyaa teknoloojiitiin wal simsiisuudha.,

Suuraalee fi Barreeffamoonni Nuti itti fayyadamnu ergaa fi ergama of keessaa qaba.almost hubattaniittu.share like haagoo...
24/12/2025

Suuraalee fi Barreeffamoonni Nuti itti fayyadamnu ergaa fi ergama of keessaa qaba.almost hubattaniittu.share like haagoonuu!!!

12/08/2022

Visit Oromia

22/07/2022

Galatoomaa

18/07/2022

Ati yeroo mara injifattuudha.

Kan hafetu caala ❤

18/07/2022

Jechoota mimmiidhagoo

👌Namoota jechaan osoo hin taane Onneen si booji'an
filadhu.

👌Jaallatamuu yoo barbaadde yeroo baay'ee ciminoota
kee odeessurra, Hanqinoota kee odeessuu filadhu.

👌Hamma guddina kufaatii keetii kan murteessu,
deebii ati kufaatii keetiif deebiftuudha.

👌IImi abbaan abaare.gufuu teessu dheessa.

👌Sammuu fi onnee duwwaa malee,kiisiin duwwaan
eenyunuu booddetti hin hambisu.

👌Nama tokkoof yaada isaa hubachuu caalaa wanni isa
gammachiisu hin jiru.

👌 Hoggansummaan sammuudha malee guddina
qaamatiinii miti.

18/07/2022

Ok

Address

OFS1
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromo Youth Asosation posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromo Youth Asosation:

Share

Category