Fayoo jalalaa

Fayoo jalalaa Nama Bilbila isa Comantii Jala Kaa'efin Dafe Bilbila Facts 💯 ❤️

Dhirtii takka yoo dubartii bultii qabduu manmaan Arkee rakko nii qaba😒
02/09/2026

Dhirtii takka yoo dubartii bultii qabduu manmaan Arkee rakko nii qaba😒

Dhirrti chiikii qabneeHarka✋baasaa umurii keessan commenti jela naaf ka'a✍️
02/09/2026

Dhirrti chiikii qabnee
Harka✋baasaa umurii keessan commenti jela naaf ka'a✍️

Waan hundaa keessatti onnee qulqulluuqabaachuun namaaf qabeenya guddaadha
02/09/2026

Waan hundaa keessatti onnee qulqulluu
qabaachuun namaaf qabeenya guddaadha

Gaaleytiin Gaalana Jaarsaatu hojiif bikka biraa deemee tursisanii  beeytaa, uguu kana jaartii irratti bilbilee yaa haadh...
02/09/2026

Gaaleytiin Gaalana
Jaarsaatu hojiif bikka biraa deemee tursisanii beeytaa, uguu kana jaartii irratti bilbilee yaa haadha abaluu mee boruu mucaa kiyya saniin yaadee fidii koottu ja’een.
Isiinis mucaan na bira hin jiruu bar warra keenya jiraa jetteen. yoo maal ja’een gaarii baqaa joolluma ollaa takka fidii koottu ga🫣joollee ollaa hundaan yaadee bar ja’een ja’aan🤣akkamitti laaltan isin mee?

Nama beekuuf Waa.ee Nama beekuun tokko mitii bekkii adero🦧
30/08/2026

Nama beekuuf Waa.ee Nama beekuun tokko mitii bekkii adero🦧

Si malee onneen koo boqonnaa hin argattu."😎
30/08/2026

Si malee onneen koo boqonnaa hin argattu."😎

👉🏽osoo jaarsii jiraatee akkanatti fb irratti phost hin goonu kanaaf nuti singilidha 😁❤️❤️❤️❤️🌹❤️ Raaziyaa Abdo follow go...
30/08/2026

👉🏽osoo jaarsii jiraatee akkanatti fb irratti phost hin goonu kanaaf nuti singilidha 😁❤️❤️❤️❤️🌹❤️ Raaziyaa Abdo follow godha ❤️

Oromoo tiyya baayyeen isin jaaladha❤️😍🫶
30/08/2026

Oromoo tiyya baayyeen isin jaaladha❤️😍🫶

Nama beekuuf Waa.ee Nama beekuun tokko mitii bekkii adero🦧
30/08/2026

Nama beekuuf Waa.ee Nama beekuun tokko mitii bekkii adero🦧

Gowwaa namaa jaalachun ba'aadha eda🤔 Guyyaa Gaarii Qabaadha family fayoo jalalaa Hiriyoomfadhaa
29/08/2026

Gowwaa namaa jaalachun ba'aadha eda🤔 Guyyaa Gaarii Qabaadha family
fayoo jalalaa Hiriyoomfadhaa

Address

Harar
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fayoo jalalaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category