Paarmaasii

Paarmaasii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Paarmaasii, Furniture repair & upholstery service, Aanaa cawwaaqa, Arjo.

01/11/2025

tiiktooki hinbananne naafban jilleeyye

balaqqama yaro imalaa (motion sickness) balaqqama yaro deemsa imalaa konkolaata baaburaan xiyyaaran doonii Fi kkf goonu ...
26/10/2025

balaqqama yaro imalaa (motion sickness) balaqqama yaro deemsa imalaa konkolaata baaburaan xiyyaaran doonii Fi kkf goonu hundarratti Mul,achu kan danda,u ta,ee imala San yaro xumurre yaroo xiqqo booda kan dhaabatudha nam lollojjisun yok haqqisiisun ))

faaydaa buna dhguu ( Bene fits of drinking coffee) faaydaale buna dhuguun argannu 10: 1 dandeyti wayaadachu dabala akkas...
26/10/2025

faaydaa buna dhguu ( Bene fits of drinking coffee) faaydaale buna dhuguun argannu 10: 1 dandeyti wayaadachu dabala akkasumas miira dammaqinaa nutti uuma qafxiilee 9n hafan walidebina🤚

halkan eda biinbe shaniin ajjese dhiiro gumaa niinkfalaa??
25/10/2025

halkan eda biinbe shaniin ajjese dhiiro gumaa niinkfalaa??

oduu amme darasoo tarraahiis gibrri fudhamu jammare jira darasota qaraatii dhaabani ji,a,2f bakka hojii deemani waan itt...
25/10/2025

oduu amme darasoo tarraahiis gibrri fudhamu jammare jira darasota qaraatii dhaabani ji,a,2f bakka hojii deemani waan ittiin kitaaba bitatan hojjatani bakka buna nama bira ta,uun qarshi fudhatan waraqaa enyumma harkaa fuudhun qarshi 300 ol gaafatn namoinni warqaa harkaa fuudhan 200 nitu godina mattu qaamni dhimmi kun ilaallatu furmaata isin gaafanna??

19/09/2025

akkm Jirtan Fayyaan faaya

Address

Aanaa Cawwaaqa
Arjo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Paarmaasii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share