Tâříí bôř ĝââříí tâ'ââ

  • Home
  • Tâříí bôř ĝââříí tâ'ââ

Tâříí bôř ĝââříí tâ'ââ Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tâříí bôř ĝââříí tâ'ââ, e, .

Namnni anaaf ta'u tarii siif hin ta'u ta'a namnni siif ta'u immoo tarii anaaf hin ta'u ta'a kanaaf nama siif hin taane sun abaaf waan ta'uf akkan jibbuf dhiibbaa hin godhin.✔️

𝗛𝗼𝗼𝗴𝗴𝗮𝗻𝗮𝗮𝗻 𝗛𝗼𝗼𝗴𝗴𝗮𝗻𝗮𝗮𝗻 𝗺𝘂𝗹'𝗮𝘁𝗮𝗮!🎯𝗛𝗼𝗼𝗴𝗴𝗮𝗻𝗮𝗮𝗻 𝘂𝘂𝗺𝗺𝗮𝘁𝗮𝗮!Onneerraa jecha bilchaataa dubbata!Jechi isaa saffisaan hojiidhaan m...
05/08/2026

𝗛𝗼𝗼𝗴𝗴𝗮𝗻𝗮𝗮𝗻 𝗛𝗼𝗼𝗴𝗴𝗮𝗻𝗮𝗮𝗻 𝗺𝘂𝗹'𝗮𝘁𝗮𝗮!🎯
𝗛𝗼𝗼𝗴𝗴𝗮𝗻𝗮𝗮𝗻 𝘂𝘂𝗺𝗺𝗮𝘁𝗮𝗮!

Onneerraa jecha bilchaataa dubbata!
Jechi isaa saffisaan hojiidhaan mul'ata!

Nageenya waaraa ijaaruu jaallata!
Rakkoofi waldhabdee mariin furuu filata!

Hojii misoomaa irratti xiyyeeffata!
Jijjiirama fiduuf of kennee hojjeta!

Dhaloota fayyaduuf garmalee dhiphata!
Biyya guddisuuf murtee ulfaataa fudhata!

❤ 𝗛𝗶𝘇𝗯𝗶𝗶𝗻 𝗞𝗮𝗻𝗮𝗮𝗳 𝗔𝗯𝗯𝗶𝗰𝗵𝘂𝘂 𝘄𝗮𝗹𝗶𝗶𝗻 𝗱𝗵𝗮𝗮𝗯𝗯𝗮𝘁𝗮!

✨ 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒉𝒂𝒂 𝒕𝒐𝒍𝒖!
✨ ይመቻችሁ!

𝐋𝐢𝐤𝐞 𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 👇





!🎯

Seenaa Lukkuu Hanqaaquu Warqee BuustuuNamni tokko lukkuu addaa tokko qaba ture. Lukkuun sun guyyaa guyyaatti hanqaaquu w...
21/07/2026

Seenaa Lukkuu Hanqaaquu Warqee Buustuu

Namni tokko lukkuu addaa tokko qaba ture. Lukkuun sun guyyaa guyyaatti hanqaaquu warqee tokko ni buusti turte. Innis hanqaaquu sana gurguruudhaan suuta suutaan qabeenya isaa guddifachaa ture.
Garuu guyyaa tokko saffisaan sooressa ta'uu fi yeroo tokko qofa keessatti warqee baay'ee argachuu hawwe.

Akkana jedhee ofiin mari'ate:
"Lukkuun kun guyyaa guyyaatti hanqaaquu warqee waan buustuuf, garaa ishee keessa warqeen baay'een jiraachuu qaba. Kanaaf qaleen yeroo tokkotti garaa ishee keessaa warqee hunda baasee nan fudhadheen hurguradha" Jedhee yaade

Ergasii lukkuu isaas qalate.
Garuu yeroo garaa ishee qalee ilaalu lukkuu kaan irraa adda waan ta'e homaa keessatti hin arganne. Sababa hawwii fi sassata isaa sanaatiin, lukkuu isaa illee dhabe; hanqaaquu warqee guyyaa guyyaatti argachaa tures guutummaan guutuutti dhabe.

Barumsa Seenaa Kanaa:
Yeroo tokko keessatti waan qabnu caalaa baay'ee argachuuf ariifachuun, waan gaarii amma qabnu illee nu dhabsiisuu danda'a.
Namni sassataan guutame yeroo baay'ee waan amma qabu illee ni dhaba.

Kanaaf mammaaksi:
"Lukkuu hanqaaquu buustu hin qaliin!" jedhamu ni jira.

Ergaan isaa: Obsa qabaadhu, suuta suutaan guddadhu; ariifannaa fi sassanni bu'aa waaraa hin fidu.
Mamush Nagaro Magarsa

Jaalala dhugaa fi cimaa ijaaruuf wantoonni murteessaan hedduu jiru, garuu isaan gurguddoon fi bu’uura ta’an kunneeni:​Wa...
06/07/2026

Jaalala dhugaa fi cimaa ijaaruuf wantoonni murteessaan hedduu jiru, garuu isaan gurguddoon fi bu’uura ta’an kunneeni:
​Wal amantummaa (Trust): Inni jaalala kamiyyuu irratti ijaaramu. Wal amanuun, keessattuu yeroo rakkinaa fi yeroo gaddaa walitti dhiyeenya cimaa uuma.
​Walitti dhufeenya fi Wal hubannoo (Communication & Understanding): Miiraa fi yaada ofii ifatti walitti himuun, akkasumas wal dhageeffachuun gidduu galeessa jaalalaati. Wal hubachuun rakkoo xixiqqoo bal'ina walitti bu'iinsaatti osoo hin geessin furuuf gargaara.
​Kabaja (Respect): Miiraa, fedhii, fi eenyummaa hiriyaa keetii kabajuun barbaachisaadha. Hiriyaan walii wal kabaju, walii wal ta'uuf carraaqqii taasisu.
​Obsa (Patience): Namoonni hundi hir'ina qabu. Yeroo dogoggorri uumamu ykn yeroo haalli jiru hin mijanneetti, obsaan wal hubachuun jaalalli akka itti fufu taasisa.
​Waliif yaaduu (Empathy/Care): Akka waan ofii ofitti yaaduutti, hiriyaa keetiif yaaduu, gammachuu isaa/ishee akka kan keetti ilaaluun jaalalaaf murteessaadha.
​Waliin guddachuu (Growing Together): Akkaataa jireenyaa fi mul'ata gara fuulduraa irratti waliigaltee qabaachuun, akkasumas guddina hiriyaa keetii waliin ta'anii deggeruun jaalala keessan daran jabeesa.

  yoom iyyuu taanaan natu siif beekaa warra Farahoon hin fudhattu!!===========================Itiyoophiyaan dhimma hidha...
01/07/2026

yoom iyyuu taanaan natu siif beekaa warra Farahoon hin fudhattu!!
===========================

Itiyoophiyaan dhimma hidha haarahomsaan kan wal qabatu marii haqaa fi haqa irratti hundaa'e geggeessuun walii galtee irra ga'uuf fedha ni qabdi,haa ta'u malee immoo dhimma hidhichaan kan wal qabatu birmadummaa biyyattii murtoo tuqu gonkumaa hin fudhattu. Anatu siif beeka,achiin hir'ate,asiin guuti kan jedhu ajaja warra farhoon irraa fudhachuuf yeroo hin qabdu,hin keessummeessitu illeedha.

Hidhi haarahomsa guddicha Itiyoophiyaa dhimma hin shiramne,wabii lammiilee Itiyoophiyaa ta'uu ijoolleen Farahoon bareechanii hubachuu qabu. Haalli ijaarsa isaa mudaa kan hin qabne.teekinooloojiin kan deggarame,nageenyi isaa kan eegamee fi ulaagaa sirna bulchiinsa bishaanii addunyaa kan guuteedhas. Itiyoophiyaan yoomuu hin jilbeenfattu,namuu kana beekuu qaba!!

01/07/2026

Waliin Hubatan Ahmed – Reefu akka leellistoota olaanoo isaanii keessaa tokko ta'etti beekamtii argadhe!

01/07/2026

Waliin Simalee Tips – Hirmaataa isaanii isa olaanaa keessaa tokko ta'uudhaan tarree hirmaataa isaanii torban torbanii keessan seene!

25/06/2026

Waliin Lami Media – Reefu akka leellistoota olaanoo isaanii keessaa tokko ta'etti beekamtii argadhe!

“Tajaajilli mootummaa iddoo tokkoo 'MESOB'   hir’isuufi amanamummaa mootummaa cimsuuf gumaacha qaba” MMI Doktar Abiy Ahi...
20/06/2026

“Tajaajilli mootummaa iddoo tokkoo 'MESOB' hir’isuufi amanamummaa mootummaa cimsuuf gumaacha qaba” MMI Doktar Abiy Ahimad

+++++++++++++

Finfinnee, Waxabajjii 20, 2026- Muummichi Ministeeraa Abiy Ahimed, appilikeeshinii tajaajila mootummaa walitti qabu “ Appii Tajaajila Waloo Meesob” jedhamu eebbisiisuu beeksisan.

Appilikeeshiniiin bilbilaa, kun waltajjii Digitaaala olaanaa digital (for Excellence Summit) irratti ifatti eebbifamuu kan ibsan Muummeen ministeera Itoophiyaa Abiy Ahimad Alii (PHD) tajaajiloota mootummaa dhaabbilee adda addaa irraa kennaman bakka tokkotti walitti kan fidu ta’uu ibsaniiru.

Akkasumas, appiin “MESOB” tajaajila mootummaa dijitaalaa waloo Afrikaatti isa jalqabaa ta’ee kan qophaa’e yoo ta’u, kunis gahee damee teeknooloojii irratti taasifte keessaa milkaa’ina guddaa ta’uu ibsaniiru.

Muummichi Ministeeraa dabalataanis, sirni tajaajila waloo kun yeroo lammiilee qusachuu, carraa malaammaltummaa hir’isuu fi amanamummaa dhaabbilee mootummaa cimsuuf gahee olaanaa qabaachuus eeraniiru.

https://www.facebook.com/profile.php?id=61566310023852











Address

E

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tâříí bôř ĝââříí tâ'ââ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Want your business to be the top-listed Interior Service?

Share